Hesperian Health Guides

Oromoo Hesperian HealthWiki

coronavirus fact sheet

Waa'ee fayyaa keetii irratti gaaffilee qabduuf deebii argachuuf odeeffannoo dhugaa Hesperian irraa kennamutti fayyadami. Barbaadduu HealthWiki'tti fayyadamuun karaa salphaa ta'een barruulee dhuunfaa keetii qopheessuu ni dandeessa.

Mallattoo barbaadduu roga mirgaa gara gubbaatiin jiru fayyadami, ykn toora odeeffannoo armaan gaditti kennametti gargaaramun mata-dureedhaan soqi.

Odeeffannoo Vayirasii Koronaa, dhaabbata God for the People Relief and Development Organization'tiin hiikame.

GPRDO
P.O.Box 17381, Addis Ababa
Ethiopia
Tel: +251-911902205
Email: [email protected] OR [email protected]